-
2 Seenaa Baraa 12:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan Yihowaadhaaf amanamoo waan hin taaneef, Rooboʼaam Mootichi mootii taʼee waggaa shanaffaa isaatti, Shishaaq+ mootiin Gibxii Yerusaalemiin waraanuuf dhufe. 3 Inni gaariiwwan fardaa 1,200 fi abbootii fardeenii 60,000 kan qabu yeroo taʼu, loltoonni lakkoofsi isaanii hammana hin jedhamne, jechuunis warri Liibiyaa, warri Suukiimii fi warri Itoophiyaa+ isaa wajjin Gibxiidhaa dhufanii turan.
-
-
2 Seenaa Baraa 16:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Namoonni Itoophiyaa fi namoonni Liibiyaa raayyaa waraanaa guddaa, gaariiwwan fardaa fi abbootii fardeenii hedduu qabu turan mitii? Haa taʼu malee, ati Yihowaatti waan amanamteef, inni harka keetti dabarsee isaan kenne.+
-