LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Boodas, nama Itoophiyaa kan taʼe Zeeraan raayyaa waraanaa namoota 1,000,000 fi gaariiwwan fardaa 300 qabu fidee isaan waraanuuf ni dhufe.+ Yommuu bakka Maareshaa+ jedhamu gaʼus,

  • 2 Seenaa Baraa 14:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Aasaan akkana jedhee gara Waaqa isaa Yihowaatti iyye:+ “Yaa Yihowaa, warri ati gargaartu hedduu yoo taʼan yookiin humna kan hin qabne yoo taʼan siif jijjiirama hin qabu.+ Yaa Waaqa keenya Yihowaa, nuti sitti waan amanamneef,*+ maqaa keetiinis namoota hedduu kana waraanuuf waan baaneef+ ati nu gargaari. Yaa Yihowaa, ati Waaqa keenya. Namni duʼu si hin moʼin.”+

  • Faarfannaa 37:39, 40
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Fayyinni qajeelotaa Yihowaa biraa dhufa;+

      Inni yeroo dhiphinaatti dallaa dhagaa isaaniif ni taʼa.+

      40 Yihowaan isaan gargaara; isaan oolchas.+

      Isatti kooluu waan galaniif,+

      Inni namoota hamoo jalaa isaan baraara, isaan oolchas.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi