LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 17:45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 45 Daawitis Filisxeemichaan akkana jedhe: “Ati goraadee, eeboo fi bodee+ qabattee natti dhufta; ani garuu maqaa Yihowaa Gooftaa Raayyaa,+ Waaqa loltoota Israaʼel isa ati arrabsite* sanaatiin+ sitti nan dhufa.

  • Faarfannaa 20:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Gochawwan fayyinaa keetti ni ililchina;+

      Maqaa Waaqa keenyaatiin faajjii keenya ol ni kaasna.+

      Yihowaan kadhata kee hundumaa siif haa raawwatu.

  • Fakkeenya 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Maqaan Yihowaa masaraa cimaa dha.+

      Namni qajeelaan achitti fiigee eegumsa argata.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi