LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 “Ati ajajawwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana of eeggannoodhaan raawwachuudhaan mamii tokko malee sagalee Waaqa kee Yihowaa yoo dhageesse, Waaqni kee Yihowaan dhugumaan saboota lafa irraa kaan hundumaa irra ol si qaba.+ 2 Ati yeroo hundumaa sagalee Waaqa kee Yihowaa waan dhageessuuf, eebbawwan kun hundi siif ni dhufu, hordofaniis si bira gaʼu:+

  • Yooʼel 2:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yihowaan saba isaatiif akkana jedhee deebisa:

      ‘Kunoo, ani midhaan, wayinii haaraa fi zayitii isiniif nan kenna,

      Isinis guutummaatti ni quuftu;+

      Ani kana booda saboota gidduutti akka arrabsamtan hin godhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi