-
Isaayyaas 62:8, 9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yihowaan harka isaa isa mirgaa, irree isaa isa jabaas kaasee akkana jedhee kakateera:
“Kana booda nyaata akka isaaniif taʼuuf midhaan kee diinotaaf hin kennu,
Namoonni biyya ormaas daadhii wayinii kee isa haaraa isa itti dhamaate hin dhugan.+
9 Haa taʼu malee, warri midhaanicha sassaaban isa nyaatanii Yihowaa ni jajatu;
Warri firii wayinii walitti qabanis mooraa koo isa qulqulluu keessatti daadhii wayinii ni dhugu.”+
-