Isaayyaas 35:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+ Isaayyaas 55:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+
35 Lafti onaanii fi lafti waxalamaan ni gammadu,+Gammoojjiin ni gammada, akkuma saafronittis* ni daraara.+
12 Isin gammachuudhaan gad ni baatu,+Nagaadhaanis ni deebifamtu.+ Gaaronnii fi tabbawwan isin duratti gammachuudhaan ni ililchu,+Mukeetiin dirree hundis harka isaanii walitti ni rukutu.+