Faarfannaa 78:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Inni biyya Gibxii keessatti, naannoo Zoʼaanitti,+Utuma abbootiin isaanii arganii wantoota dinqisiisoo raawwate.+ Hisqiʼel 30:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.
12 Inni biyya Gibxii keessatti, naannoo Zoʼaanitti,+Utuma abbootiin isaanii arganii wantoota dinqisiisoo raawwate.+
14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.