Uumama 10:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 14 Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche. Ermiyaas 44:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Dubbiin Yihudoota biyya Gibxii+ keessa, jechuunis Migdool,+ Xaafnes,+ Noofii*+ fi biyya Phaatros+ keessa jiraatan hundumaa ilaalchisee gara Ermiyaas dhufe kana dha:
13 Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 14 Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche.
44 Dubbiin Yihudoota biyya Gibxii+ keessa, jechuunis Migdool,+ Xaafnes,+ Noofii*+ fi biyya Phaatros+ keessa jiraatan hundumaa ilaalchisee gara Ermiyaas dhufe kana dha: