-
Hisqiʼel 29:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 ani namoota Gibxii warra boojiʼaman gara biyya Phaatrositti,+ gara biyya dhalootaa isaaniitti nan deebisa; isaanis achitti mootummaa humna hin qabne ni taʼu.
-