Uumama 10:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 14 Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche. Hisqiʼel 30:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.
13 Mizraayiim Luudimiin,+ Anaamiimiin, Lehaabiimiin, Naaftuhiimiin,+ 14 Phaatrusiimiin,+ Kaasluhiimiin (isa Filisxeemonni+ irraa argaman), akkasumas Kaaftoriimiin+ dhalche.
14 Phaatros+ ona akka taatu nan godha; Zoʼaan keessatti ibidda nan qabsiisa; Noo*+ irrattis murtii nan dabarsa.