Hisqiʼel 29:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kanaafuu, ani si irrattis taʼe Abbayyaa kee irratti kaʼeera; Migdool+ irraa jalqabee hamma Seweeneetti,+ hamma daangaa Itoophiyaatti biyyi Gibxii kan barbadeeffamte, kan gogdee fi kan onte akka taatu nan godha.+ Hisqiʼel 30:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Yihowaan akkana jedha: ‘Deggertoonni Gibxiis ni kufu,Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame gad ni qabama.’+ “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isaan Migdool+ irraa hamma Seweeneetti+ biyyattii keessatti goraadeedhaan ni kufu.
10 Kanaafuu, ani si irrattis taʼe Abbayyaa kee irratti kaʼeera; Migdool+ irraa jalqabee hamma Seweeneetti,+ hamma daangaa Itoophiyaatti biyyi Gibxii kan barbadeeffamte, kan gogdee fi kan onte akka taatu nan godha.+
6 Yihowaan akkana jedha: ‘Deggertoonni Gibxiis ni kufu,Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame gad ni qabama.’+ “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isaan Migdool+ irraa hamma Seweeneetti+ biyyattii keessatti goraadeedhaan ni kufu.