LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 30:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Deggertoonni Gibxiis ni kufu,

      Aangoon ishii inni of tuulummaadhaan guutame gad ni qabama.’+

      “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Isaan Migdool+ irraa hamma Seweeneetti+ biyyattii keessatti goraadeedhaan ni kufu. 7 Isaan biyyoota hundumaa caalaa ona ni taʼu; magaalonni ishiis magaalota hundumaa caalaa kan barbadaaʼan ni taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi