LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 46:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Yaa intala Gibxii keessa jiraattu nana,

      Miʼa kee boojuudhaaf qopheeffadhu.

      Sababiin isaas, Noof* wanta sodaachisu ni taati;

      Ibiddaan ni gubamti,* bakka namni keessa hin jiraannes ni taati.+

  • Hisqiʼel 29:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ani biyyi Gibxii biyyoota hundumaa caalaa ona akka taatu nan godha; magaalonni ishiis magaalota kaan caalaa waggaa 40f ona ni taʼu;+ warra Gibxiis saboota gidduutti nan bittinneessa, biyyoota keessattis nan faffacaasa.”+

  • Hisqiʼel 32:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “Yaa ilma namaa, namoota hedduu Gibxii keessa jiraataniif booʼi; ishiis taʼe ijoollee durbaa saboota ciccimoo sana warra gara boollaatti* gad buʼaa jiranii wajjin gara iddoo lafa jalaatti gad buusi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi