-
Uumama 41:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Yommuu bariʼu garuu miirri isaa ni jeeqame. Kanaafuu, Faraʼoon luboota Gibxii falfala raawwatan hundumaattii fi namoota biyyattii warra ogeeyyii taʼan hundumaatti dhaamsa ergee waamsise. Abjuuwwan isaas isaanitti ni hime; haa taʼu malee, namni abjuuwwan sana isaaf hiikuu dandaʼe tokko illee hin turre.
-
-
1 Mootota 4:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Ogummaan Solomoon ogummaa namoota Bahaa hundumaa fi ogummaa Gibxii hundumaa irra ni caala ture.+
-