Ermiyaas 46:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Gibxii keessatti kana labsaa, Migdool keessattis beeksisaa.+ Noofii* fi Xaafnes+ keessatti kana labsaa. Akkana jedhaa: ‘Goraadeen naannoo kee hundumaa waan nyaatuuf,Iddoo kee qabadhu, of qopheessis. Hisqiʼel 30:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Waaqolii tolfamoo warra balfamoo* taʼanii fi waaqolii Noof*+ warra gatii hin qabne nan balleessa. Kana booda bulchaan biyya Gibxii keessaa kaʼu hin jiraatu; biyya Gibxii keessa sodaan akka jiraatu nan godha.+
14 “Gibxii keessatti kana labsaa, Migdool keessattis beeksisaa.+ Noofii* fi Xaafnes+ keessatti kana labsaa. Akkana jedhaa: ‘Goraadeen naannoo kee hundumaa waan nyaatuuf,Iddoo kee qabadhu, of qopheessis.
13 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Waaqolii tolfamoo warra balfamoo* taʼanii fi waaqolii Noof*+ warra gatii hin qabne nan balleessa. Kana booda bulchaan biyya Gibxii keessaa kaʼu hin jiraatu; biyya Gibxii keessa sodaan akka jiraatu nan godha.+