Uumama 10:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kanaʼaan ilma isaa isa angafaa Siidoonii+ fi Heetiin,+ Hisqiʼel 27:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Jiraattonni Siidoonii fi Arwaad+ warra galaanicha siif mooqan turan. Yaa Xiiros, namoonni kee warri dandeettii qaban warra doonii irratti siif hojjetan turan.+
8 Jiraattonni Siidoonii fi Arwaad+ warra galaanicha siif mooqan turan. Yaa Xiiros, namoonni kee warri dandeettii qaban warra doonii irratti siif hojjetan turan.+