-
Hisqiʼel 27:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Faaruu gaddaa isaanii keessatti akkana jedhanii waaʼee kee ni faarfatu:
‘Kan akka Xiiros ishii amma galaanicha walakkaatti calluma jette sanaa eenyu?+
33 Miʼawwan kee galaanicha irraa yommuu dhufanitti, ati namoota hedduu gammachiisteetta.+
Qabeenyi kee inni hedduunii fi shaqaxni kee mootonni lafaa akka badhaadhan godhaniiru.+
-
-
Hisqiʼel 28:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ogummaa fi hubannaa keetiin of sooromsiteetta,
Warqii fi meetiis manneen qabeenyaa kee keessatti kuufachuu kee itti fufteetta.+
-