Hisqiʼel 27:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Jiraattonni odolawwanii hundi ajaaʼibsiifannaadhaan si ilaalu,+Mootonni isaanii sodaadhaan hollatu,+ fuulli isaaniis ni jijjiirama. Hisqiʼel 28:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Saboota gidduudhaa warri si beekan hundi ajaaʼibsiifannaadhaan si ilaalu.+ Dhumni kee akkuma tasaa ni taʼa, sodaachisaas ni taʼa;Atis bara baraaf akkuma baddetti hafta.”’”+
35 Jiraattonni odolawwanii hundi ajaaʼibsiifannaadhaan si ilaalu,+Mootonni isaanii sodaadhaan hollatu,+ fuulli isaaniis ni jijjiirama.
19 Saboota gidduudhaa warri si beekan hundi ajaaʼibsiifannaadhaan si ilaalu.+ Dhumni kee akkuma tasaa ni taʼa, sodaachisaas ni taʼa;Atis bara baraaf akkuma baddetti hafta.”’”+