-
Keessa Deebii 28:63, 64Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
63 “Yihowaan akkuma yeroo tokko badhaadhota isin gochuu fi isin baayʼisuutti gammadee ture, Yihowaan isin balleessuu fi isin fixuuttis ni gammada; isinis biyya dhaaluuf jettan irraa ni buqqifamtu.
64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+
-