-
2 Mootota 22:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 “Abbootiin keenya dubbii kitaaba kana keessatti waaʼee keenya barreeffame hundumaa eeguudhaan waan hin ajajamneef, dheekkamsi Yihowaa inni nu irratti bobaʼe guddaa dha;+ kanaafuu, dhaqaa, dubbii kitaaba argame kana keessa jiru ilaalchisee anaan, sabichaa fi guutummaa Yihudaa bakka buʼaatii Yihowaa gaafadhaa.”
-
-
Daaniʼel 9:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 nuti cubbuu hojjenneerra, balleessaa fi hammina raawwanneerra, fincilleerras;+ ajajawwan kee fi murtiiwwan kee irraa gorreera.
-