-
Ermiyaas 8:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 ‘Yommuun walitti isaan qabu, badiisa isaanitti nan fida.
Firiin wayinii muka wayinii irratti hin hafu, firiin harbuu muka harbuu irratti hin hafu, baallis ni coolliga.
Wanti ani isaaniif kenne, isaan jalaa ni bada’ jedha Yihowaan.”
-