Faarfannaa 97:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 97 Yihowaan Mootii taʼeera!+ Lafti haa gammaddu.+ Odolawwan hedduun haa ililchan.+ Mulʼata 11:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.
17 akkana jedhan: “Yaa Waaqa keenya Yihowaa,* Hundumaa kan Dandeessu, inni jirtuu+ fi inni turte, ati aangoo kee isa guddaa waan fudhattee fi mootii taatee bulchuu waan jalqabdeef+ si galateeffanna.