-
Faarfannaa 28:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sababiin isaas, isaan gochawwan Yihowaatiif,
Hojii harka isaatiifis xiyyeeffannaa hin kennine.+
Inni isaan ni diiga, isaan hin ijaarus.
-
-
Isaayyaas 5:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Isaan affeerraa isaanii irratti baganaa fi meeshaa muuziqaa ribuu qabu,
Dibbee, ulullee fi daadhii wayinii qabu;
Taʼus gochawwan Yihowaa hin qalbeeffatan,
Hojiiwwan harka isaatiis hin hubatan.
-