Faarfannaa 27:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Inni guyyaa badiisaatti gaaddisa isaa keessa na dhoksa;+Iddoo dhokataa dunkaana isaa keessatti na golga;+Qarsaa ol kaʼaa irras na kaaʼa.+ Faarfannaa 91:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.
5 Inni guyyaa badiisaatti gaaddisa isaa keessa na dhoksa;+Iddoo dhokataa dunkaana isaa keessatti na golga;+Qarsaa ol kaʼaa irras na kaaʼa.+
4 Inni baalleewwan isaatiin si golga,*Atis qoochoowwan isaa jalatti kooluu galta.+ Amanamummaan isaa+ gaachana guddaa+ fi dallaa eegumsaa siif taʼa.