-
Faarfannaa 121:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kunoo, inni Israaʼeliin eegu
Matumaa hin mugu, hin rafus.+
-
-
Isaayyaas 46:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 “Yaa mana Yaaqoob, isin warri mana Israaʼel keessaa haftan hundi,+
Isin warri ani yeroo dhalattanii jalqabee isin gargaaree fi yommuu gadameessa keessa turtanii jalqabee isin baadhe+ nana, na dhagaʼaa.
4 Hamma dulloomtanitti ani isuma sana;+
Hamma harrii baastanittis isinan baadha.
Akkuman kanaan dura godhetti, isinan baadha, isinan dandaʼa, isinan oolchas.+
-