LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 32:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Isaan saba miira hin qabne* dha;

      Hubannaanis isaan gidduu hin jiru.+

  • Isaayyaas 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Qotiyyoon abbaa isaa,

      Harreenis gongaa* gooftaa isaa akka gaariitti beeka;

      Israaʼel garuu na* hin beeku,+

      Sabni koo hubannaa hin qabu.”

  • Ermiyaas 4:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 “Sabni koo gowwaa dha;+

      Isaan na hin beekan.

      Isaan ilmaan gowwoota taʼan warra hubannaa hin qabne dha.

      Wanta hamaa hojjechuu irratti dandeettii guddaa qabu,*

      Akkamitti wanta gaarii akka hojjetan garuu hin beekan.”

  • Hoseʼaa 4:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Beekumsi waan hin jirreef, sabni koo ni callisiifamu.*

      Isin beekumsa waan tuffattaniif,+

      Anis luboota koo taatanii akka hin tajaajilleef isin nan tuffadha;

      Isin seera* Waaqa keessanii waan irraanfattaniif,+

      Anis ilmaan keessan nan irraanfadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi