Faarfannaa 103:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Inni yeroo hundumaa dogoggora hin funaanu,+Bara baraafis haaloo qabatee hin turu.+ Isaayyaas 21:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Isin sabni koo warri akka midhaaniitti dhaʼamtan,Isin warri oomisha* oobdii kootii taatan,+Ani wantan Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaa Gooftaa Raayyaa irraa dhagaʼe isinitti himeera. Miikiyaas 7:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+
10 Isin sabni koo warri akka midhaaniitti dhaʼamtan,Isin warri oomisha* oobdii kootii taatan,+Ani wantan Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaa Gooftaa Raayyaa irraa dhagaʼe isinitti himeera.
18 Waaqni akka keettiWarra dhaala isaa keessaa hafaniif+ balleessaa isaanii isaaniif dhiisuu fi dogoggora isaanii irra isaaniif darbu eenyu?+ Inni jaalala amanamaatti waan gammaduuf,Bara baraaf akkuma dheekkametti itti hin fufu.+