LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:53-55
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 53 Achiis magaalonni kee marfamanii rakkachuu isaaniitiin kan kaʼe, akkasumas diinni kee waan si dhiphisuuf ijoollee kee,* foon ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa kee warra Waaqni kee Yihowaan siif kenne sanaa nyaachuuf dirqamta.+

      54 “Isin gidduudhaa namni hundumaa caalaa garraamii taʼee fi qananiitti guddate illee obboleessa isaatiif yookiin haadha manaa isaa ishii jaallatuuf yookiin ilmaan isaa warra hafaniif hin gaddu; 55 inni magaalonni kee marfamanii rakkachuu isaaniitiin kan kaʼe, akkasumas diinonni kee magaalota kee dhiphisuu isaaniitiin kan kaʼe, wanta kan biraa waan hin qabneef, foon ilmaan isaa isa nyaatu sana irraa homaa isaaniif hin kennu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi