LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 6:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Achiis mootichi, “Rakkinni kee maali dha?” jedhee ishii gaafate. Ishiinis deebistee akkana isaan jette: “Dubartiin tun, ‘Harʼa akka isa nyaannuuf ilma kee fidi; ilma koo immoo boru nyaanna’ naan jette.+

  • Faaruu Ermiyaas 4:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Dubartoonni gara laafeyyii taʼan harkuma isaaniitiin ijoollee isaanii affeelan.+

      Isaan, yeroo caba intala saba kootiitti nyaata gaddaa isaaniif taʼan.+

  • Hisqiʼel 5:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 “‘“Kanaafuu, abbootiin si gidduutti argaman ilmaan isaanii ni nyaatu,+ ilmaanis abbootii isaanii ni nyaatu; anis si gidduutti murtii nan dabarsa, warra si keessaa hafan hundumaas kallattii hundumaatiin* nan bittinneessa.”’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi