Leewwota 26:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu. Keessa Deebii 28:64 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+
33 Saboota gidduutti isin nan bittinneessa;+ isin duubaan goraadeen akka luqqifamu nan godha;+ biyyi keessan ona taʼa;+ magaalonni keessanis ni balleeffamu.
64 “Yihowaan andaara lafaa isa tokko irraa hamma andaara lafaa isa kan biraatti saboota hundumaa gidduutti si bittinneessa;+ atis achitti waaqolii mukaa fi dhagaa irraa tolfaman warra atis taate abbootiin kee hin beekne waaqeffachuuf dirqamta.+