-
Isaayyaas 51:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Anis xoofoo sana harka warra si dhiphisan,
Warra, ‘Nuti akka si irra deemnuuf gombifami!’ siin jedhan sanaa keessa nan kaaʼa.+
Atis akka si irra deemaniif
Dugda kee akkuma lafaa, akkuma daandiis isaaniif gooteetta.”
-