Anbaaqom 1:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 “Saboota ilaalaa, xiyyeeffannaas isaaniif kennaa! Dinqisiifannaadhaan ilaalaa, ajaaʼibsiifadhaas;Sababiin isaas, wanti utuma isinitti himamee illee isin hin amanne tokko Bara keessanitti ni raawwatama.+
5 “Saboota ilaalaa, xiyyeeffannaas isaaniif kennaa! Dinqisiifannaadhaan ilaalaa, ajaaʼibsiifadhaas;Sababiin isaas, wanti utuma isinitti himamee illee isin hin amanne tokko Bara keessanitti ni raawwatama.+