Isaayyaas 8:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Qulqulluu akka taʼetti ilaaluu kan qabdan Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,+Sodaachuu kan qabdan isa dha,Hollachuu kan qabdanis isaafi.”+ Hoseʼaa 3:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+
13 Qulqulluu akka taʼetti ilaaluu kan qabdan Yihowaa Gooftaa Raayyaa ti,+Sodaachuu kan qabdan isa dha,Hollachuu kan qabdanis isaafi.”+
5 Sana booda sabni Israaʼel deebiʼanii dhufanii Waaqa isaanii Yihowaa fi Daawit mootii isaanii+ ni barbaaddatu;+ isaan bara dhumaatti gaarummaa isaa argachuuf hollachaa gara Yihowaa ni dhufu.+