-
Isaayyaas 31:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Warri Gibxii garuu namoota malee Waaqa miti;
Fardeen isaaniis fooni malee hafuura miti.+
Yommuu Yihowaan harka isaa diriirsutti,
Inni gargaarsa kennu kam iyyuu ni gufata
Inni gargaarsa argatu kam iyyuus ni kufa,
Hundi isaanii takkaatti ni badu.
-
-
Ermiyaas 2:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Ati daandii kee isa jijijjiiramu kana akka laayyootti kan ilaaltu maaliifi?
-