20 Dhuma irrattis Tiglaat Pilneseer+ mootiin Asoor isa jajjabeessuu mannaa isatti duulee isa ni dhiphise.+ 21 Akaaz mana Yihowaa, mana mootichaa+ fi manneen bulchitootaa saamee mootii Asooriif kennaa ni kenne; haa taʼu malee, kun gargaarsa isaaf hin argamsiisne.