Isaayyaas 59:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, barruun keessan dhiigaan,Qubni keessanis yakkaan faalameera.+ Hidhiin keessan soba dubbata,+ arrabni keessanis waaʼee jalʼinaa gunguma. Ermiyaas 9:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Isaan akkuma iddaatti arraba isaanii dabsu;Amanamummaa utuu hin taʼin sobatu biyyattii keessatti babalʼate.+ “Isaan hammina irraa gara hamminaatti ceʼu,Anas hin dhagaʼan”+ jedha Yihowaan.
3 Sababiin isaas, barruun keessan dhiigaan,Qubni keessanis yakkaan faalameera.+ Hidhiin keessan soba dubbata,+ arrabni keessanis waaʼee jalʼinaa gunguma.
3 Isaan akkuma iddaatti arraba isaanii dabsu;Amanamummaa utuu hin taʼin sobatu biyyattii keessatti babalʼate.+ “Isaan hammina irraa gara hamminaatti ceʼu,Anas hin dhagaʼan”+ jedha Yihowaan.