Leewwota 26:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 “‘Warri hafan+ immoo biyya diinota isaaniitti garaan isaanii abdii akka kutatu nan godha; sagaleen yommuu bubbeen baala sochoosu dhagaʼmu akka baqatan isaan godha; isaan akka nama goraadee jalaa baqatuutti ni baqatu; eenyu iyyuu utuu isaan hin ariʼinis ni kukkufu.+ Keessa Deebii 32:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee, Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa? Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+
36 “‘Warri hafan+ immoo biyya diinota isaaniitti garaan isaanii abdii akka kutatu nan godha; sagaleen yommuu bubbeen baala sochoosu dhagaʼmu akka baqatan isaan godha; isaan akka nama goraadee jalaa baqatuutti ni baqatu; eenyu iyyuu utuu isaan hin ariʼinis ni kukkufu.+
30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee, Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa? Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+