LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 33:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 ‘Kunoo, ishiin akka itti wayyaaʼuu fi akka fayyitu nan godha;+ isaan nan fayyisa, nagaa fi dhugaa hedduus isaaniif nan kenna.+

  • Amoos 9:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 ‘Guyyaa sanatti ani daasii* Daawit isa jige ol nan kaasa,+

      Baqaqaa isaa* nan supha,

      Diiggaa isaas nan haaressa;

      Akkuma isa bara duriitti deebisee nan ijaara,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi