Isaayyaas 60:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+Kana booda aduun kee hin lixxu,Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu. Mulʼata 21:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ulfinni Waaqayyoo waan ishiidhaaf ibsuuf,+ Hoolichis ibsaa ishii waan taʼeef,+ aduunis taate addeessi ishiidhaaf ibsuun isaan hin barbaachisu. Mulʼata 22:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana booda halkan hin jiraatu;+ Waaqni keenya Yihowaan* ifa waan isaan irratti ibsuuf,+ ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaan baraa hamma bara baraatti mootota taʼanii ni bulchu.+
20 Yihowaan ifa bara baraa waan siif taʼuuf,+Guyyoonni gaddaa kees waan xumuramaniif,+Kana booda aduun kee hin lixxu,Addeessi kees hirʼachaa hin deemtu.
23 Ulfinni Waaqayyoo waan ishiidhaaf ibsuuf,+ Hoolichis ibsaa ishii waan taʼeef,+ aduunis taate addeessi ishiidhaaf ibsuun isaan hin barbaachisu.
5 Kana booda halkan hin jiraatu;+ Waaqni keenya Yihowaan* ifa waan isaan irratti ibsuuf,+ ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaan baraa hamma bara baraatti mootota taʼanii ni bulchu.+