2 Mootota 19:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Sababiin isaas, natti dheekkamuun+ kee fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+ Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”+ Faarfannaa 32:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Isin akka fardaa fi gaangee hubannaa hin qabnee hin taʼinaa,+Isaan isinitti* dhihaachuu isaanii dura,Luugamaa fi fuuloodhaan* toʼatamuu qabu.”
28 Sababiin isaas, natti dheekkamuun+ kee fi iyyi kee gurra koo gaʼeera.+ Kanaafuu, funyaan keetti hookkoo koo, afaan keettis luugama+ koo nan galcha;Karaa irra dhufteenis akka deebitu nan godha.”+
9 Isin akka fardaa fi gaangee hubannaa hin qabnee hin taʼinaa,+Isaan isinitti* dhihaachuu isaanii dura,Luugamaa fi fuuloodhaan* toʼatamuu qabu.”