Faarfannaa 29:3, 4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+ 4 Sagaleen Yihowaa humna qabeessa dha;+Sagaleen Yihowaa ulfina qabeessa dha.
3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+ Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+ 4 Sagaleen Yihowaa humna qabeessa dha;+Sagaleen Yihowaa ulfina qabeessa dha.