2 Mootota 23:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Kana malees, inni eenyu iyyuu ilma isaa yookiin intala isaa Moleekiif+ ibiddaan akka hin gubneef,* Tofeet+ isa Sulula Ilmaan Hinoom*+ keessa jiru ni salphise. Ermiyaas 7:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 “Yihowaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, kunoo, yeroon Tofeet yookiin Sulula Ilma Hinoom* utuu hin taʼin, Sulula Qalmaa itti jedhamu ni dhufa. Isaanis hamma iddoon dhabamutti Tofeet keessatti warra duʼan ni awwaalu.+
10 Kana malees, inni eenyu iyyuu ilma isaa yookiin intala isaa Moleekiif+ ibiddaan akka hin gubneef,* Tofeet+ isa Sulula Ilmaan Hinoom*+ keessa jiru ni salphise.
32 “Yihowaan akkana jedha: ‘Kanaafuu, kunoo, yeroon Tofeet yookiin Sulula Ilma Hinoom* utuu hin taʼin, Sulula Qalmaa itti jedhamu ni dhufa. Isaanis hamma iddoon dhabamutti Tofeet keessatti warra duʼan ni awwaalu.+