- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
4 “Ani Yihudaa irrattii fi
Jiraattota Yerusaalem hundumaa irratti harka koo nan diriirsa,
Iddoo kana irraas hambaa* Baʼaal hundumaa,+
Maqaa luboota waaqa biyya ormaas luboota sanaa wajjin haxaaʼee nan balleessa;+
- 
	                        
            
            Sefaaniyaa 1:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Guyyaan Yihowaa waan dhihaateef, Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa duratti calluma jedhaa.+
Yihowaan aarsaa tokko qopheesseera; warra affeeres qulqulleesseera.
 
 - 
                                        
 
 - 
	                        
            
            
 
 -