LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 25:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Kanaafuu, Israaʼel isaanii wajjin waaqeffannaa Baʼaal isa Pheʼor* irratti ni hirmaate;+ Yihowaanis Israaʼelitti ni dheekkame.

  • Abbootii Murtii 2:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+

  • Abbootii Murtii 2:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Isaan Yihowaa dhiisanii Baʼaalii fi siidaawwan Ashtooret ni waaqeffatan.+

  • 2 Seenaa Baraa 28:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Akaaz+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 20 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 16f ni bulche. Akka abbaan isaa Daawit godhetti, inni wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe hin goone.+ 2 Kanaa mannaa, daandii mootota Israaʼel irra ni deeme;+ siidaawwan sibiilaa Baʼaalis* ni hojjete.+

  • Ermiyaas 11:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Yihowaan Gooftaan Raayyaa inni si dhaabe+ hammina mana Israaʼelii fi mana Yihudaa warra Baʼaaliif aarsaa dhiheessuudhaan na dheekkamsiisaniin kan kaʼe badiisni akka sitti dhufu dubbateera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi