-
Isaayyaas 5:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Innis isa ni qote, dhagaas keessaa ni guure.
Muka wayinii diimaa filatamaa taʼe isa irra ni dhaabe,
Gidduu isaattis masaraa tokko ni ijaare,
Dhagaas bocee achi keessatti bakka wayinii itti cuunfan ni tolche.+
Inni mukti wayinii sun firii wayinii akka godhatu abdatee ture,
Mukichi garuu firii wayinii bosonaa qofa godhate.+
-