33 “Fakkeenya kan biraa dhagaʼaa: Namni abbaa lafaa taʼe tokko jira ture; inni wayinii dhaabee+ naannoo isaatti dallaa ijaare; achiis boolla wayinii itti cuunfan qote; siree irra taaʼanii eeganis ni ijaare;+ sana booda maasii isaa kana qonnaan bultootaaf kireessee gara biyya fagoo dhaqe.+