-
Maatewos 15:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Yeroo kanatti namoonni hedduun warra naafatan, warra lamshaaʼan, warra qaro dhabeeyyii taʼan, warra arrabni isaanii hidhamee fi namoota kan biroo hedduu fidanii gara isaa dhufuudhaan miila isaa jala isaan kaaʼan; innis isaan fayyise.+
-