LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 35:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Yeroo sanatti ijji warra qaro dhabeeyyii ni banama,+

      Gurri duudes ni dhagaʼa.+

  • Maatewos 19:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Namoonni hedduunis isa duukaa kan buʼan yeroo taʼu, innis achitti isaan fayyise.

  • Maarqos 3:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Inni namoota hedduu waan fayyiseef, namoonni dhukkuba ciccimaa qaban hundi isa tuquuf+ isatti marsanii wal dhiibu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi