- 
	                        
            
            Maatewos 9:28-30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
28 Mana tokko erga seenee boodas, namoonni qaro dhabeeyyiin sun gara isaa dhufan; Yesuusis, “Kana gochuu akkan dandaʼu ni amantuu?”+ jedhee isaan gaafate. Isaanis, “Eeyyee, yaa Gooftaa” jedhanii isaaf deebisan. 29 Achiis ija isaanii qaqqabee,+ “Akkuma amantii keessanii isiniif haa taʼu” jedhe. 30 Ijji isaaniis ni baname. Yesuusis, “Eenyu iyyuu dhimma kana akka hin beekne of eeggadhaa!”+ jedhee cimsee isaan akeekkachiise.
 
 -