LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 42:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Inni hin iyyu yookiin sagalee isaa ol hin kaasu,

      Sagaleen isaa daandii irratti akka dhagaʼamus hin godhu.+

  • Maatewos 12:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yesuusis kana hubatee, iddoo sanaa deeme. Namoonni hedduunis kan isa duukaa buʼan+ yeroo taʼu, innis hunda isaanii ni fayyise; 16 haa taʼu malee, inni eenyummaa isaa akka hin beeksisne cimsee isaan ajaje;+

  • Maarqos 1:44, 45
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe. 45 Namichi garuu erga achii deemee booda wanta kana balʼinaan labsuu fi odeessuu jalqabe; kanaan kan kaʼes, sana booda Yesuus ifatti gara magaalaatti seenuu hin dandeenye; kanaa mannaa, magaalaadhaa ala bakka namni hin jirre jiraachuu jalqabe. Taʼus, namoonni kallattii hundumaa irraa gara isaa dhufu turan.+

  • Maarqos 7:35, 36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 35 Yeroo kanatti gurri isaa ni baname,+ arrabni isaa inni hidhames ni hiikame; sirriitti dubbachuus ni jalqabe. 36 Achiis wanta kana eenyutti iyyuu akka hin himne isaan ajaje;+ inni cimsee isaan ajajus, isaan garuu ittuma caalchisanii dubbachuu isaanii itti fufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi